Healthcare workers preparing for second strike
Updates
00
D
:
00
H
:
00
M
:
00
S
Dutii biyyaa wajjiin godansa jedhaam mitiree

Dutii biyyaa wajjiin godansa jedhaam mitiree

April 24, 2025
Dutii biyyaa wajjiin godansa jedhaam mitiree ...yebezebeze zinba ayeferem (kan tortoree(kan jidheehe) robaa hin sodaatuu jedhaama !
abatee hin sodattiin ammas duutette dutii kan olii hin jiru ..
Ati ogummaa qabda ogummaa ofi harkaa qabdu kun gatii isaa guddaadha bayyee qalii akka ta'ee ofi amansisii atis nama qaliidha nama gatii guddaa baasuu dandessuudha ogummaan kee bayyee barbadamadha garu ogummaa ati jallattuu kun ogummaan kee kan namni sirkattii hawwuu kun sababa ati ofi gateef sababa qaamni dhimmaa isaa ilaaltuu dhabameef sirkatti duu'uf deema baduuf demmaa sababni isaa ati ofi keef jiraachuu dhistee namoota biraaf jiraacha jirta ...ati basic need dhabde ofi keetis rakkate maatiin keesi rakkina hamma keessa jira ......... gurbaa hin sodaatin ogummaan kee qaalidha ...fakkeenyaaf ati oggessa fayyaa tatee waan hundaa hojeechuu ni dandessaa barsisuu ni dandessaa ..wajjin qonnaa irrattii batee hojii gibrinaa hojeechu ni dandessaa .... biiroo kantibaa yoo seentessi abba dhimma kessumessuu ni dandessaa ...garu ogummaa fayya sekterra kamirrayyuu biiroo kamirayyuu yoo dhufee hojeechu mit daqiqaadhaf achi achi keessaa turuu hin danda'uu sababni isaa reefa achi keessaa kutaa(mana reefati ) dabarsuu qofa dandeettii isaa ....tokkuummaa humna .....
Walii qindeessuudha buufata fayya hangaa primary hospital irraa hanga general hospital irraa hanga teritery hospital quba walii qabachuu ....look it hiriyootaa kee wajjiin baratee. amma essaa jiruu..? maal irraa jiruu? maal qabu .....?atihoo ergaa hojiii egalttee waggaa meeqadha maal qabda ....? .essaa jirtaa ...? ..
Matiin kee hojii keeti gammaada
jiru ...?
Yoo dhukubsattee waan itti waladhanamtuu ni qabda hoo...?
Maatiin kee yoo dhukubsattee hoo..?
Hiriyaan kee waajjin baratee FBI ,law ,economics ,computer S ..Ei. kanfi k.k.f jireenyaa isaa fi jireenyaa maati isaan jijjiraniruu ....
Isaan armaan olitti maqaa dhahee hundaa immoo situ caalaa qabxii qaba ...situu danda'aa situu ogummaa qalii qaba